Green Oromia

Green Oromia Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Green Oromia, Grocers, African, New York, NY.

05/31/2025
Waan ofii!King of Kings!Agartuu saba guddaati!Jabaa ofii abbaatuu jabeeffata!Abbichuu irratti wal hin dhiifnuu beeki yaa...
05/27/2025

Waan ofii!
King of Kings!
Agartuu saba guddaati!
Jabaa ofii abbaatuu jabeeffata!
Abbichuu irratti wal hin dhiifnuu beeki yaa yartu!

03/21/2025

Dhiibbaa qaala'iinsa jireenyaa lammiilee galii gadi aanaa qaban irra gahaa jiru hir’isuuf hojjetamaa jira – Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

***************************************
Mootummaan dhiibbaa qaala'iinsa jireenyaa kana hir'isuuf deeggarsa guddaa kennaa akka jirus eeraniiru.Kanaanis mootummaan boba’aadhaaf birrii biiliyoona 72, misoomaaf ammoo birrii biiliyoona 84 tumsa akka godhe beeksisaniiru.
Hojiileen adda addaa omishaa fi omishtummaa guddisuudhaan jireenya lammiilee akkaataa itti fufiinsa qabuun fooyyessuu danda’an hojjetamaa jiraachuus eeraniiru.

12/02/2023
12/02/2023
12/02/2023

Address

African
New York, NY

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Green Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category