11/30/2024
🚨Oduu ammee 🚨
WBO mariin nageenyaa mootummaa waliin jalqabe sadarkaa gaarirratti akka argamu beeksisee jira. WBO ibsa Sadaasa 30,2024 ALA tti baaseen, dhiibbaa waamicha nageenyaa qaamoolee qaamolee Oromoo gara garaa taasisan akkasumas, waamicha.
nageenyaa mootummaan yeroo gara garaatti taasiseen qabsoo karaa nagaatiif murteessuu isaa beeksise. Mariin nageenyaa mootummaa waliin jalqabames haala gaariirratti akka argamu beeksisee jira.
Ibsa Guutuu 👇👇
https://acrobat.adobe.com/id/urn:aaid:sc:AP:28836f63-455c-435f-a756-c22b4cdf288f