Famii Abduraman

Famii Abduraman Allaahu

02/18/2026
Artist Kedir Mertu  Akkuma Jaalaala Ummta Oromoo Siif Kenne Kanatti Namoottan Jaalala Ummataa Argachuuf Halkanii Guyyaa ...
01/23/2026

Artist Kedir Mertu Akkuma Jaalaala Ummta Oromoo Siif Kenne Kanatti Namoottan Jaalala Ummataa Argachuuf Halkanii Guyyaa Hirriiba Dhaban Kanaafillee Rabbi Haa Kennuuf Ja'ii Du'aaii Godhiif Rabbi Itti Siif Haa Dabalu Ati Ammallee.

01/23/2026

With Magee Firaa – I'm on a streak! I've been a top fan for 16 months in a row. 🎉

09/08/2025

Rakkoo Mataa Gad
Sii Qabachisuu Hunda
Rabbiin Siraa Ha Qabu
Amiin Ja'ii🤲

Waa'ee miidhaga keeRagaa ba'uuf yaadeeOl baasee gad buuseeJechoota barbaadeeAn tasuman dhabeSi ibsuuf kan ta'uInni lafa ...
06/01/2025

Waa'ee miidhaga kee
Ragaa ba'uuf yaadee
Ol baasee gad buusee
Jechoota barbaadee

An tasuman dhabe
Si ibsuuf kan ta'u
Inni lafa jiru
Si ibsuufi mitii
Na ibsuufuu hin ga'u 🫶🏻

Abdii

AniBaayyeen si jaalladha Hin fedhu si dhabuu tan biraa jaallachuuf Onnee lama hin qabuu wa'aadaa gaafa duraahunduma isaa...
05/30/2025

Ani
Baayyeen si jaalladha
Hin fedhu si dhabuu
tan biraa jaallachuuf
Onnee lama hin qabuu
wa'aadaa gaafa duraa
hunduma isaa eegee
Onnee koo qulqulluun
Jaalalaaf off wareegee
Utuun siif dhippadhuu
Halkan guyyaa ciisee
Utuun si jaalladhuun
jireenya koo dhiisee!!

Haadha malee hin tolanii Haadhumaani bareenninii Harmi haadhaa biddeenaa Irraa nyaatanii hin quufanii Jedhe Kedir MertuH...
05/11/2025

Haadha malee hin tolanii
Haadhumaani bareenninii
Harmi haadhaa biddeenaa
Irraa nyaatanii hin quufanii
Jedhe Kedir Mertu

Haati keessan waggaa 1000 isiniif ha jiraattu kiyyas waggaa 1000 naaf ha jiraattu

05/01/2025
With Kedir Mertu – I'm on a streak! I've been a top fan for 6 months in a row. 🎉
05/01/2025

With Kedir Mertu – I'm on a streak! I've been a top fan for 6 months in a row. 🎉

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉
04/29/2025

Celebrating my 2nd year on Facebook. Thank you for your continuing support. I could never have made it without you. 🙏🤗🎉

Oof~tahuun keenya LailaahaillallaahMuhammad RassuulallaadhaS 💎A💎W💎
01/26/2025

Oof~tahuun keenya Lailaahaillallaah
Muhammad Rassuulallaadha
S 💎A💎W💎

  for watch more 👆👆👆👆.                                                   ❤️ ✍️█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━...
12/20/2024

for watch more 👆👆👆👆.








❤️
✍️
█▓▒F░O░L░L░O░W▒▓█
┊┊┊▕▔╲▂▂▂╱▔▏
╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮
╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯
┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃
┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃
┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█

Address

America
San Francisco, CA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Famii Abduraman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Famii Abduraman:

Share

Category