Artist Diriirsaa Elemoo

Artist Diriirsaa Elemoo Music

02/11/2025

Morkaa hin qalatanii
Yeruma qalatan dhoorgatan.
Namaatu horii qalatee foon na dhoorgate jettee atis kaatee hin qalattu.
Garuu yeruma atis qalatte dhoorgatta!
Dubbii Oromooti.

02/09/2024

Jiraa Salphisuun,
Jalaa cal’isuudha!

06/12/2023

Bifti ykn fuulli bareedaan ni dullooma.
Qaamni ykn uunkaan dansaan ni jijjiirama.
Onnee bareedduun garuu hin jijjiiramtu, hin dulloomtu.

Bara kanas arginee jirra.Namni jiru waanuma hedduu arga.
06/11/2023

Bara kanas arginee jirra.
Namni jiru waanuma hedduu arga.

Aadaan jechuun daawwitii eenyummaati.
12/26/2022

Aadaan jechuun daawwitii eenyummaati.

12/26/2022

qalii waraa baboo ♥️💚♥️'s short video with ♬ original sound

12/26/2022

Dabaa karaa gamaa
Daddabaa karaa gamanaa
Waa anaa mitii
Karaa galaatu kana ❤️

12/26/2022

Dabaa karaa gamaa
Daddabaa karaa gamanaa
Waa anaa mitii karaa galaatu kana.👌

Address

1108 E 17th Street
South Sioux City, NE
68776

Telephone

+13157049186

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Artist Diriirsaa Elemoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category