Sinana balee

Sinana balee Fb kiyya follow fi like gochuun Odeeffannoo gaggaariif oduu haaraa argachuu dandeeysu

MALLATTOOLEE KAANSARII HARMAA ....1.dhiitaa jajjabaataa harma keessaa yeroo tuqamu kan jajjabaatu2.gogaan harmaa gara ke...
16/10/2023

MALLATTOOLEE KAANSARII HARMAA ....
1.dhiitaa jajjabaataa harma keessaa yeroo tuqamu kan jajjabaatu
2.gogaan harmaa gara keessaatti gadi dhooqachuu
3.Fiixeen harmaa gara keessaatti deebi’uu
4.Gogaan harmaa, bakka takkan diimachuu fi madaa'uu
5.Gogaan harmaa qola burtukaanaa fakkaachuu.
6.Dhangala’aan aannan irraa adda ta’e harma keessaa gadi yaa’uu.
7.Xannachi liimfii bobaa jalaa fi mormaa dhiita'u
8.guddinni harmaa lamaan adda ta'u
9.Dhukkubbii harmaa

Address

Johannesburg
2001

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sinana balee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Business

Send a message to Sinana balee:

Share

Category